Features HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo
Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times.
The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo tau yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati.
Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa.
Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha.
Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.Thank you for downloading, OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Ethiopia
Gaming Features
Enjoy immersive gaming experience with various game modes.
Parenting Tools
Track and manage your child's development and daily activities.
Offline Mode
Use the app without an internet connection. Your data syncs when you're back online.
See the HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo in Action
Get the App Today
Available for Android 8.0 and above